Перейти к содержимому

Sheek Xaliileessaan Erga ABOn Mootummaa Cehumsaa Bahee Biyya Ollaat Bobbahan | 8/10 [SE09 EP183]

Ilmaormaa

0:00 / 0:00

Sheek Xaliileessaan Erga ABOn Mootummaa Cehumsaa Bahee Biyya Ollaat Bobbahan | 8/10 [SE09 EP183]

871 просмотр · 1 г. назад
Ilmaormaa
5,14 тыс. подписчиков
871 просмотр · 1 г. назад
Kurfii tana keessatti, Sheek Xaliileessaan: Dirqama fudhatanii gama Kaaba Somaaleet( Booramaa, Hargeeysaafi Bosaasoo) bobbaa godhan Taateewwan hadhaawoo achitti isaaniifi jaallan isaan wojjin turan mudatan Somaaleerraa ammas gama dirreetti deebi'uu Hariiroo warra ONLF wajjin diriirsuuf tattaaffii godhaman Kora Sabaa Hatatamaa Moqaadishoot Gaggeefameefii taateewwan heddu nuun qooddatan Dhiihaadhaa!