Перейти к содержимому

👉 Akkamitti Madamii Maallaqa Idaasifatan? 💰 | Afaan Arabaa Saudi Arabia/Arabic in Oromo

Slow English Arabic practice

0:00 / 0:00

👉 Akkamitti Madamii Maallaqa Idaasifatan? 💰 | Afaan Arabaa Saudi Arabia/Arabic in Oromo

407 просмотров · 12 дней назад
Slow English Arabic practice
990 подписчиков
407 просмотров · 12 дней назад
Akkamitti Madamii maallaqa idaasisifatan? 💰 Viidiyoo kana keessatti, Afaan Arabaa Saudi Arabia fayyadamuun Madamii keessan irraa mindaa/maallaqa dabalataa akkamitti gaafachuu akka dandeessan barattu. Keessumaa hojjettoota mana keessaa (domestic workers) Itoophiyaa Saudi Arabia keessa jiraniif, jechootaa fi himoota guyyaa guyyaan itti fayyadamuu dandeessan salphaatti isin barsiisa. 📌 Viidiyoo kana keessatti: Madamii irraa mindaa dabalataa gaafachuu Maallaqa waa’ee mindaa dubbachuu Afaan Arabaa Saudi (Saudi Arabic) keessatti haasa’uu Himoota hojii fi jireenya guyyaa guyyaa Afaan Oromoo + Saudi Arabic 🇪🇹🇸🇦 Viidiyoo kana Like 👍, Share 📲 fi Subscribe 🔔 gochuu hin dagatinaa. #AfaanOromoo #AfaanArabaa #SaudiArabic #Arabiffa #SaudiArabia #Madamii #HojiiSaudiArabia #EthiopianInSaudiArabia #DomesticWorker #Mindaa #Maallaqa #ArabiffaBarachuu