'Itoophiyaan buufata doonii Asab argachuuf duulli amma gootu seerawaa miti'- Tsaggaayee Araarsaa
BBC News Afaan Oromoo
0:00 / 0:00
'Itoophiyaan buufata doonii Asab argachuuf duulli amma gootu seerawaa miti'- Tsaggaayee Araarsaa
12 943 просмотра · Трансляция закончилась 4 часа назад
BBC News Afaan Oromoo
212 тыс. подписчиков
12 943 просмотра · Трансляция закончилась 4 часа назад
Sagantaa keenya har'aatiin...
Ogeessi seeraa biyya Awustiraaliyaa jiraatu Tsaggaayee Arsaarsaa Itoophiyaan ulaa galaanaa argachuuf adeemsa biyyoota akka Keeniyaa, Jibuutiifi Somaalilaand waliin hordofte dhiiftee fedhiin Asabirraa qabdu seera qabeessa mitii jedhe.
-Magaalaa Naqamteetti namni maallaqa Itoophiyaa karaa seeraan alaa maxxansaa ture to'atamuu Poolisiin magaalichaa hime.
Dhaabbileen siyaasaa mormituu Tigraay hundeeffama komaandi poostii morman.
Ejjennoo Adda Bilisummaa Oromoo dhimma Ulaa galaanaa Asab irratti.
Dhiyaadhaa!
Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy...
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia