Ustaz ibsa hasan,dawaa qaamaafi qalbii |waan raahaa sii goosisu jireenya keessatti!! March 2026
Al-Huda Media
0:00 / 0:00
Ustaz ibsa hasan,dawaa qaamaafi qalbii |waan raahaa sii goosisu jireenya keessatti!! March 2026
92 660 просмотров · 6 месяцев назад
Al-Huda Media
18,5 тыс. подписчиков
92 660 просмотров · 6 месяцев назад
Qur’aanni ifa jireenyaa keenyaati. Garuu har’a maaliif namoonni hedduun dhandhama isaa hin arganne? Maaltu qalbii keenya irraa nu fageesse?
Barnoota kana keessatti Ustaz Ibsa Hasan sababoota guddoo Qur’aana irraa nu dhoorgu ibsa – qalbii gogaa, badii, dagachuu aakhiraa, fi jaalala addunyaa.
Yoo ati dhuguma dhandhama Qur’aana argachuu barbaadde, viidiyoo kana hanga dhumaatti ilaali.
👉 Like godhi
👉 Share godhi
👉 Subscribe gochuun hojii da’wah jajjabeessi
#Quran #UstazIbsaHasan #DaawahOromoo #BarnootaIslaamaa #Qalbii
#Qurana
#UstazIbsaHasan
#Daawah
#OromooIslamic
#IslamicReminder
#Barnoota
#QalbiiNamaTuqu
#DhugaaJireenyaa
#MuslimOromoo
#QuranReminder