Sheek Amiin ibro: Arraba Kee Zikrii Rabbii Tiin Jiisi| Zikriin Rabbii Jireenya Kee Jijjiira!
Al-Huda Media
0:00 / 0:00
Sheek Amiin ibro: Arraba Kee Zikrii Rabbii Tiin Jiisi| Zikriin Rabbii Jireenya Kee Jijjiira!
231 просмотр · 2 нед. назад
Al-Huda Media
19,7 тыс. подписчиков
231 просмотр · 2 нед. назад
ARRABNI KEE ZIKRIIRRAA QULLAAN TAHIN! | SHEEK AMIN IBRO
Barnoota Islaamaa bareedaa kana keessatti Sheek Amin Ibro waa'ee zikrii Rabbii, faayidaa arraba keenya zikrii Rabbiitiin jiisuu fi jireenya keenya keessatti Rabbii yaadachuun qabu irratti gorsa nuuf dabarsa.
Muslimni tokko yeroo hunda Rabbii isaa yaadachuu, arraba isaa zikrii gaariidhaan busy gochuu fi jechoota faayidaa hin qabne irraa of eeggachuu qaba. Barnoota kana dhaggeeffadhu, irraa baradhu, akkasumas obboloota kee waliin qoodi.
📌 Video kana keessatti:
Faayidaa zikrii Rabbii
Arraba zikrii fi du'aa'ii irratti barsiisuu
Gorsa Islaamaa jireenya guyyaa guyyaa
Barnoota Sheek Amin Ibro Afaan Oromoo
👍 Yoo video kana jaallatte Like godhi.
🔔 Channel kana Subscribe godhi; barnoota Islaamaa Afaan Oromoo dabalataa argachuuf bell icon bani.
📲 Video kana maatii fi hiriyoota kee waliin qoodi.
Jazakumullaahu khayran!
#SheekAminIbro #ZikriiRabbii #BarnootaIslaamaa #AfaanOromoo #GorsaIslaamaa#SheekAminIbro
#ZikriiRabbii
#BarnootaIslaamaa
#AfaanOromoo
#GorsaIslaamaa
#Zikrii
#IslamicLecture
#OromoIslamic
#Muslim
#QuranaFiSunnah