Перейти к содержимому

Zelalem Legese | YESUUS JEDHEE | New Afaan Oromoo Music Vedio 2025/2017

Zelalem Legese

0:00 / 0:00

Zelalem Legese | YESUUS JEDHEE | New Afaan Oromoo Music Vedio 2025/2017

241 429 просмотров · 1 год назад
Zelalem Legese
8,82 тыс. подписчиков
241 429 просмотров · 1 год назад
#new_ethiopian_afaan_oromo_music lyrics Nagoomeera keessikoo si'iinan kanan jiraadhu dubbii sagaleekeetii ta'eera wantan sooradhu lafeekootti qabatee inni akka ibidda boba'uu yeroo hunda nahaasofsiisa isa kan humna naaf ta'u yesuus jedhee gonkumaa hin beeku guyyaan itti qaana'ee gale yesuus jedhee waan hin yaadamne wanta baay'een buufadhe malee yesuus jedhee guyyaankoo hin tole ayyaanakee keessa sochiinkoo yesuus jedheen nagaan guutamaa hafuurakeeti gammachuunkoo yesuus jedhee gonkumaa hin beeku guyyaan itti qaana'ee galee yesuus jedhee waan hin yaadamne mirga abbaan argadhe malee yesuus jedhee guyyaankoo hin tole ayyaanakee keessa sochiinkoo yesuus jedheen nagaan guutamaa hafuurakeeti gammachuunkoo ..................................01............................... natti argamtee deemsakoo geddartee mi'eeffannaakoo ayyaanakee goote mi'eeffannaakoo ayyaanakee goote qajeelchitee to'atta karaakoo hojiikeeti nagaan jiraachuunkoo hojiikeeti nagaan jiraachuunkoo ayyaanakee uffadhee mannikee natti tole gammadeera abbaako bakka ati jirtu galee araarakee argadhee jiraachuun natti tole gammadeera abbaako bakka ati jirtu galee ..................................02............................... jireenyakoo dhiigakeetu ijaare nan diigama jedhee hin yaadda'u ayyaanakee dhamdhamaan socho'a wanta biraa tasa hin dharra'u jaalalakeetu jira manakoo kan waa'eekoo yeroo hunda dhimmamu isa ilaalaan adeema karaakoo mudannookoon kanaafan sin mamu x2 akkaman hawwaree bakka biraa jaalalakee ayyaanakee isa caalu nawajjin jira ani hin dheebodhu gammachuu biraa jaalalakee ayyaanakee isa caalu manakoo jira yaadikoo hin jeeqamu kan biraaf jaalalakee ayyaanakee isa caalu nawajjin jira boqodheera yesuuskoo sitti jaalalakee ayyaanakee isa caalu manakoo jira #faarfannaa_afaan_oromoo_haaraa_2022 #live_worship_afaan_oromoo #protestant_worship_song_2021 #Amharicworship #worshipsong #amharicsong #ethiopianSong #WORSHIP #GOSPELSONG #AMHARICWORSHIP #MEZMUR #AMLEKO #ETHIOWORSHIP #ETHIOPIANSONG #AMHARIC #AMHARICMEZMUR #GREATART #EPHRAIMAMARE #comedianeshetu #zemayared #ዜማያሬድ #newyear #newyearprogram #donkeytube #comedianeshetu #dinklejoch #dinklejoch #dinqlejoch #comedianeshetu #father #google #tiktokers #Blogging #Twitter #Ethiopiancomedy #ebstv #bbcnews #Ethiopian #ethiopianmusic #paralyzed #motivationalspeech #amharicmovies2022 #መድረክ #lovestory #lovestorymovie #official #comedian #drama #ድንቅልጆች #donkeytube #ebssundayshow #live #lovesacrifice #lovestory Ethiopian Protestant Mezmur, Breaking News, celebrity news, fashion, comedy, Ethiopian music, and news analysis, blogging, information, vine .....all Entertainment. ------ ------- -------------------- -------------- -------- #protesetan_song #new_Worship #Mezmur #share #subscribe #like #share @ebstv worldwide @Abel Birhanu @Yenante Media @Guramayle ጉራማይሌ ዜና @MARSIL TV WORLDWIDE @Apostle Israel Dansa / Jesus Wonderful TV @Prophet Eyu Chufa @PRESENCE TV CHANNEL WORLD WIDE @ESATtv Ethiopia @Miko Mikee @የናንተው መንፈሳዊ tube Ynanetwe @Rakeb Alemayehu @Dagi Show - ዳጊ ሾው @Ethiopia tiya Diy @Minew Shewa Network @Hope Music Ethiopia @Kana Television @Betoch Comedy @Eyoha Entertainment TO OUR YOU TUBE CHANNEL TO GET NOTIFICATIIONS OF NEW POSTS LIKE, SHARE, SUBSCRIBE godhaa. / ‪@zelalemlegese1‬ 1 ©Zelalem Legese Copyright