Перейти к содержимому

Biyyi guddoon addunyaa, USA, akkamiin hundoofte? | BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Biyyi guddoon addunyaa, USA, akkamiin hundoofte? | BBC News Afaan Oromoo

8 874 просмотра · 2 мес. назад
BBC News Afaan Oromoo
192 тыс. подписчиков
8 874 просмотра · 2 мес. назад
Lafti kun baroota kumoota hedduuf bakka namni jiraatudha. Ammoo waggaa 250 dura gareen kolonii Ingiliz kun Yunaayitiid Isteets of Ameerikaa jechuun of labsan. 'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ Biyyi kun USA ishee ammaa ta’uuf guddoo bal’atte. Seenaan biyya ta’uushee duuba jiru garuu bakka kanatti eegala. 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha. Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa. Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #US #America #afaan_oromoo #bbcafaanoromoo #bbc #Washington #250