Перейти к содержимому

Dubbiin Rabbii Waa2 Sayyoo Mokonnin

Lubee Entertainment

0:00 / 0:00

Dubbiin Rabbii Waa2 Sayyoo Mokonnin

3 448 просмотров · 1 год назад
Lubee Entertainment
3,04 тыс. подписчиков
3 448 просмотров · 1 год назад
©️ for Lubee Entertainment 👇👇👇    / @lubee_entertainment   Muuziqaan gosa aartii Oromoo keessaa hangafaafi dhibbaa uuman keessaa tokkoodha. Aartiiwwan biroo kanneen akka filmii fi tiyaatiraa, akkasumaas fakkiifi kanneen biroos gahee olaanaa qabu. Aartii keessaa sirba jajjabeessuun kanneen biroos jabeessuu tahuun beekamaadha. Aartii muuziqaa jajjabeessuuf garuu jalqaba artistii jajjabeessuun barbaachisaadha. Aartii kan kalaqu artistiidha. Artistiin yoo jabaate, aartiilleen qixuma sanaan jajjabaata. Aartistii jabeessuun ammoo chaanaalii Subscribe gochuu irraa eegalee hanga wantoota biroo dhunfaadhaan gochuufi adeemuu danda'a. Kanaafuu aartistii jajjabeessuudhaan gahee aartii jabeessuu keessatti qabnu yaa bahannu. Galatoomaa SUBSCRIBE haa goonu!    / @lubee_entertainment   Sayyoo Mokonnin 2024