Перейти к содержимому

Gafii fi deebi Garee shahaadaa wajjin

shahada-tube

0:00 / 0:00

Gafii fi deebi Garee shahaadaa wajjin

63 просмотра · 3 дня назад
shahada-tube
11,5 тыс. подписчиков
63 просмотра · 3 дня назад
🌟 Baga Nagaan Dhuftan gara Shahada Tube! | Welcome to Shahada TubeAsii kana irratti Sagantaa "Gaafii fi Deebii" kan amantii Islaamaa irratti xiyyeeffatu, hubannoo bal'aa kennu fi gaaffilee keessan deebii quubsaa argachuu dandeessan isinii dhiheessina.🎯 Kaayyoo Keenya:Beekumsa Islaamaa sirrii ta'e hawaasa biraan gahuu. Hubannoo dogoggoraa jiru sirreessuu fi walqixxummaan wal barsiisuu.Gaaffilee amantii fi jireenya guyyaa-guyyaa irratti qabdanuf deebii qabatamaa kennuu.🔔 Maal As Irraa Argattu?Qopheewwan Gaafii fi Deebii amantii Islaamaa. Barumsa fi gorsa diinii kan garee Shahaadaatiin qophaa'u. Maroo fi qorannoo dhimmoota amantii irratti xiyyeeffatan.📌 Nu Hordofaa (Follow Us):▶️ Subscribe gochuun maatii Shahada Tube ta'aa! Sagantaa haaraa yeroo hundaa akka hin dhabnees mallattoo Bilbilaa (Bell icon) tuquu hin dagatinaa.Yeroo hunda deeggarsa keessaniif galatoomaa!