Tafsiira Suuraa Nisaa'i| Fuula 94, Aayaa 95-101| Surah Nisai Oromo Quran Tafsir|Page 94
Nur Oromo Quran Tafsir
0:00 / 0:00
Tafsiira Suuraa Nisaa'i| Fuula 94, Aayaa 95-101| Surah Nisai Oromo Quran Tafsir|Page 94
114 просмотров · 1 месяц назад
Nur Oromo Quran Tafsir
955 подписчиков
114 просмотров · 1 месяц назад
⏩ Assalaamu Alaikum Warahmatullaahi Wabarakaatuh
🎙️⏩ Tafsiira Qur’aanaa Suuraa Nisaa'i Fuula 94, Aayaa 95-101 Afaan Oromoo
✍️Quran Tafsir in Afaan Oromo
📚 Tafsiirri kun hiikkaa Sheikh Naziir I. Kaliiliin qophaa’ee kallattiin isiniif darbuudha..
🎯 Kaayyoon keenya:
✅ Qur’aana Barsiisuu
✅ Beekumsa Islaamaa babal’isuu
✅ Guyyaa tokko keessatti fuula 1 waliin haa barannu.
👉 Video kana LIKE godhaa
👉 Chaanaala keenya SUBSCRIBE godhaa
👉 Namoota biraaf SHARE godhaa
👉 Yaada keessan COMMENT keessatti nuuf barreessaa
🔔 “Notification” banuun barnoota keenya irraa hin hafinaa.
🔰 “Qur’aanni ifa jireenyaati — koottaa waliin baranna.”
#Quran #Tafsir #Oromo #QuranAfaanOromoo
#OromoTafsir #Islam #QuranTranslation
#SheikhNaziir #IslamicEducation #LiveTafsir