Oduu 09/30/2026
Simbirtu Media
0:00 / 0:00
Oduu 09/30/2026
2 810 просмотров · Трансляция закончилась 9 часов назад
Simbirtu Media
33,7 тыс. подписчиков
2 810 просмотров · Трансляция закончилась 9 часов назад
Isponsara
www.africanlightbookandcoffeeshop.com
-Xaqlay Gizaatiin Abiy akka malee mormama jira
-Waraannii kaaba cimee itti fufee jira/ RIB lafa dabalata qabadhe jedhe
-Awal Arbaa Ertiraan lafa balla qabatte jedhe
-MSF nama 700 ol yaale jedhe
-UNin bilbla fi bankii kutuun miidha gudda fida jedhe
-American waggaa 22 booda Iraaqi bahuuf
-Bala konkollatan namni 4 du'e
🎙️ New to streaming or looking to level up? Check out StreamYard and get $10 discount! 😍 https://streamyard.com/pal/d/51477951...