Перейти к содержимому

Faarfattuu Aaltayyech Galataa Oolmaa irraanfatamu miti

Loved-by-God

0:00 / 0:00

Faarfattuu Aaltayyech Galataa Oolmaa irraanfatamu miti

25 314 просмотров · 4 года назад
Loved-by-God
554 подписчика
25 314 просмотров · 4 года назад
Ooolmaa irraanfatamu miti Gooftaa koo kan ati naaf oolte Qulqulluu taatee otoo jirtuu Waa'ee koof fannoo irratti dhiphatte Kee dhabeera an gatii waanin baasu Galataan ol qabami malee*2 narra darbee sammuu koo caalee Galataan ol qabami malee*2 Jechi koo gocha keen hin qixxaatu Galataan ol qabami malee*2 Abbaa olmaa koo maqaankee haa ulfaatuu Galataan ol qabami malee*2 Galataan ol qabami malee*2 Galataan ol qabami malee*2 Galataan ol qabami malee*2 Kee hin irraanfadhu matumaa hin dagadhuu Otoo ati naa duunee jireenya hin argadhu Duutee du'a mootee kaate naas jireenyaaf goote Yaaddoo maaliin qaba lubbuun koo si'iin birmadoomtee Ooolmaa irraanfatamu miti Gooftaa koo kan ati naaf oolte Qulqulluu taatee otoo jirtuu Waa'ee koof fannoo irratti dhiphatte Kee dhabeera an gatii waanin baasu Galataan ol qabami malee*2 narra darbee sammuu koo caalee Galataan ol qabami malee*2 Jechi koo gocha keen hin qixxaatu Galataan ol qabami malee*2 Abbaa olmaa koo maqaankee haa ulfaatuu Galataan ol qabami malee*2 Galataan ol qabami malee*2 Galataan ol qabami malee*2 Qooda koo dhipattee gatiin baasu baaste Yaaddoo koo hundumaa fannoorratti xumurtee Shakkii tokkon qabuu waan na sodaachisu Arfiin du'aas cabeera homtuu nan naasisu Kee dhabeera an gatii waanin baasu Galataan ol qabami malee*2 narra darbee sammuu koo caalee Galataan ol qabami malee*2 Jechi koo gocha keen hin qixxaatu Galataan ol qabami malee*2 Abbaa olmaa koo maqaankee haa ulfaatuu Galataan ol qabami malee*2 Galataan ol qabami malee*2 Galataan ol qabami malee*2 Eenyunni akka keetti lubbuu namaaf laatuu Iddoo keen dhipadha jedhee ba'aa namaa baatu Dhabe an kan akka kee jaalalli kee naaf adda Maa sittan waakkadha galata olmaa na biraa qabda Kee dhabeera an gatii waanin baasu Galataan ol qabami malee*2 narra darbee sammuu koo caalee Galataan ol qabami malee*2 Jechi koo gocha keen hin qixxaatu Galataan ol qabami malee*2 Abbaa olmaa koo maqaankee haa ulfaatuu Galataan ol qabami malee*2 Galataan ol qabami malee*2 Galataan ol qabami malee*2 Kee dhabeera an gatii waanin baasu Galataan ol qabami malee narra darbee sammuu koo caalee Jechi koo gocha keen hin qixxaatu Abbaa olmaa koo maqaankee haa ulfaatuu Galataan ol qabami ammallee