Перейти к содержимому

Kan Garaa Keenya Ciibsu || Tamirat Olika || New Gospel Music Song 2018/2026

YEEDALOO MULTIMEDIA

0:00 / 0:00

Kan Garaa Keenya Ciibsu || Tamirat Olika || New Gospel Music Song 2018/2026

3 096 просмотров · 7 мес. назад
YEEDALOO MULTIMEDIA
3,94 тыс. подписчиков
3 096 просмотров · 7 мес. назад
Kan garaa keenya ciibsuu Nuti tollee hin beeknu tola tokko hin qabnu har'a kan jiraannee ...ati nuuf tolteetu{3×} Hojii gaarii hin qabnu kan nuyi lakka'annu tokkolle hin hojjenne...gaarii nuf taateetuu {3×} Galataa... Hoodhu galataa.. Galata siif laanna waan siin jennu hin qabnuu Isa nuuf goote san callisnee hin darbinu Kunuunsaa kenya ati hin irraanfatamtuu siif qofaaf iddoo qabna Hamma beeknuun olit dandeetti keenya hundaan si galateeffanna Kunuunsaa kenya ati Tasa hin dagatamtuu siif qofaaf iddoo qabna Hamma beeknuun olit dandeetti keenya hundaan si galateeffanna Har'a ga'uu keenyaaf sidha sababni isaa Isa ati nuuf goote kam himaa kam dhiisa Guddaa guddaa caaluu ati hundaa dandeessa Harkakeetu nu baatehoo maaltu nuu yaaddeessaa.... Hamma jettu geessaa.. Wanti ta'u martinuu raawwachuuf eeyamakee gaafata Kan atii keessa hin jirre hin jiru namni ofumaa watwaataa Kaan abju soba raajuu akka waan yeroon xumuraa hin jirree Abdii keenyatu mul'achuuf dhiyootti namni immoo kana hin barre Kan garaa keenya ciibsu waan hundumaa nuti himte Nurraa fagaatte hin beektu dursa keenyaa argamtee Haalli hundumtuu wal dhahee yoo dideeyyuu mijachuu Gargaaraa lafa onaa nu si qabna isa nu oolchu.. Miiltoo amanamaakoo michummaakee sanaa Fagoo yoo fakkaattes yeroo hundaa na fanaa Bay'achuun rakkiinaa kakuukee hin jijjiiruu Da'oo amanamaakoo ya isa naa gargaaruu .....kan akkakee hin jiiruu Akkatti nuyi as geenye situ nu egee iccitiinsaa nu hin galuu Dadhabbii keenya beekta yoom nu laatte darbattee isa nu loluut Argineerra Addunyaan yommu dhabde rakkina isheetiif fala Hamma jette inni geessu nurra qabdeetta harkakee isa jaalalaa