Gosoota maqa Ibsa #Afaan #Oromo this is the grammar of# Oromo language and
TEACH OROMOO LANGUAGE BY DR.ABDULLAH SIRAJ
0:00 / 0:00
Gosoota maqa Ibsa #Afaan #Oromo this is the grammar of# Oromo language and
6 449 просмотров · 5 лет назад
TEACH OROMOO LANGUAGE BY DR.ABDULLAH SIRAJ
12,9 тыс. подписчиков
6 449 просмотров · 5 лет назад
MAQA IBSOOTA:- In Afaan Oromo we have had a lot of grammar which similar to the English Language.
The Oromo language is not that difficult, but what you should have to do is just practice and use it with Oromo people or with me.
Afaan Oromoo afaan akkaan gaarii fii dhimma itti bahuudhaaf sirriitti ennuufuu bu'uura tahee tajaajiluudha.Gruu nuti oromoonni osoo Afaan hagana gaarii fii guddaa qabnuu afaan namaatti dhimma bahuun waan akkaan ajaadha takkaahuu qaaniidha.
Mee waa wal-gaafanna yaa oromoo tiyya nuti oromoo dha kan dubbannu Afaan oromoo biyyi teenna Oromiyaadha garuu kan namni keenna tokko tokko itti dhimma bahu Afaan saba biriiti akkasuma Adaa saba birooti maaliif taha kun waan akkaan ceeraa dha.wanni nuti godhuu qabnu yoonaa achii afaan keennaan barressuu ittiin dubbachuu fii addunyaan wal barsiisuudha irratti hojjachuudha qabnaa jechuudha.