Перейти к содержимому

"Jaalallee Khoo” BY MAHER AHMED #MAHERAHMED #NashidaAfaanOromo #JaalalleeKhoo#jalalekhoo

Maher Ahmed

0:00 / 0:00

"Jaalallee Khoo” BY MAHER AHMED #MAHERAHMED #NashidaAfaanOromo #JaalalleeKhoo#jalalekhoo

1 037 977 просмотров · 2 года назад
Maher Ahmed
99,1 тыс. подписчиков
1 037 977 просмотров · 2 года назад
Listen for more from Maher Ahmed Subscribe to our official YouTube channel:    / @maherahmedma   ---- Follow Maher Ahmed on: spotify: https://open.spotify.com/artist/2gwRp... Facebook:   / mahir.zain.351756   instagram:   / maher_ahmed2030   TikTok:   / maherahmed44   Telegram: https://t.me/Maherzain123 lyrics _____ #JaalalleeKhooNabii Habiibii hayaatii fidaakaa Yaa miskal madiinaa wa makkaa Shahiidal jamaaluu husnakaa Bareedaa khoo yoomin si arkaa Lubbuuntoo fidaakhee dhiiyni khootiis nabiif kan makhluuqni booyeef yaa jaalallee rabbii Jachi Khee wal'aansa Dawaadha xabiibii Imaanaan Wal'aanaa dhukkuboota Qalbii Qadrii Guyyaa uhud dhaloonni wallaalee Guyyaa muslimoonni arsaa diin khafalee Eegallaan duullinii gadbu'ee Rasuulli Kallattii hundaanuu jalqabame lolli Seyfiidhaan dhahani habiibii mataarraa Jigee yaa'e dhiiyni fuula nabiitirraa Sibiilli gaachanaa mallaa seenee jiraa Fulli caalaa khalqii dhokhote dhiigarraa Fidaakaa Jaalallee khoo Nabii Fidaakaa habibi khoo Nabii Fidaakaa Jaalallee khoo Nabii Habiibii hayaatii fidaakaa Yaa miskal madiinaa wa makkaa Shahiidal jamaaluu husnakaa Bareedaa khoo yoomin si arkaa Abbaan bakrii booyee fiqqabe rasuulaa Gaachana fuulasaa irraa baasuuf yaalaa Dadhabe garaansaa laalachuu rasuulaa Fidaaka ja'eenii ija kheysa laalaa Abbaan ubeydaatiis Imimmaan lolaasaa Osoo irraa baasuu cabxe qarrinfoonsaa Laalaa isaa dura tan Rasuulaa dursaa Irraa baasee darbee laalaa hunda obsaa San maraahu obsee nabiyyiin Rahmataa Diina isa Miidheef Qajeelloo Khadhataa Ummanni khon beekhuu Yaa rabbi nigartaa Diliisaanii dhiisiif ja'eeti waywaataa Fidaakaa Jaalallee khoo Nabii Fidaakaa habibi khoo Nabii Fidaakaa Jaalallee khoo Nabii Habiibii hayaatii fidaakaa Yaa miskal madiinaa wa makkaa Shahiidal jamaaluu husnakaa Bareedaa khoo yoomin si arkaa Qalamnin barreeysu gaaroomina xaahaa Jachi gaarii ja'u yoom ibsuu dandahaa Yonumaan maal godheen ollaa nabii Tahaa Howdiisaa san dhugee anis dheebuu bahaa #Bahara_Dilii #bahara#dilii#NASHIDA #ramadan #nasheed #ululazmi #motivation #ethopia #muazhabib #comingsoon #diredawa #raayyaaabbaamaccaa #raayyaa_abbaa_maccaa #manzuma #mahirzain #nasheed2025 ©️ 2024 Maher Ahmed