41-Suuraa-Fussilat_full-Hiika Quraanaa Afaan Oromo_mahamedrashad-abdule_MJ Teach #HiikaQuraanaa
M.J Teach
0:00 / 0:00
41-Suuraa-Fussilat_full-Hiika Quraanaa Afaan Oromo_mahamedrashad-abdule_MJ Teach #HiikaQuraanaa
43 просмотра · 1 дн. назад
M.J Teach
918 подписчиков
43 просмотра · 1 дн. назад
Bismillaahi Rahmaani Rahiim.
Daawadhaa fi dhaggeeffadhaa 41-Suuraa-Fussilat_full sagalee Sheikh Mohamed Rashad Abdulle waliin, hiika Afaan Oromoo wajjin.
🎧 Quraana dhaggeeffadhaa
📖 Hiika Afaan Oromoo hordofaa
🤲 Yaadannoo fi barumsa Quraanaa irraa fayyadamaa
Qur’anaa kana gara video tti jijjiruun Kan isiniif qopheesse mika’il jibriil Ahmed
Namoonni keeyrii tanaraa qooda fudhachuu barbaadan yoo nu gargaaru barbaadan
CBE ac: 1000321831188 mika’il jibriil
Bilbila: +251902899046
Emiila: mechaeljebril@gmail.com
Chaanaalii M.J Teach subscribe godhaa, akkasumas viidiyoo Quraanaa fi barnoota Afaan Oromoo biroo argachuuf beeksisa (notification) banaa.
Jazakallaahu khayran.
#Quran #Quraana #AfaanOromoo #HiikaQuraanaa