Перейти к содержимому

'Ertiraafi TPLF Itoophiyaarratti waraana banuufi'-Mootummaa Itoophiyaa |BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

'Ertiraafi TPLF Itoophiyaarratti waraana banuufi'-Mootummaa Itoophiyaa |BBC News Afaan Oromoo

40 470 просмотров · Трансляция закончилась 1 г. назад
BBC News Afaan Oromoo
216 тыс. подписчиков
40 470 просмотров · Трансляция закончилась 1 г. назад
Sagantaa Raadiyoo Onkoloolessa 08/2025 Sagantaa har'aatiin; Akkam ooltan hordoftoota keenya? Sagantaa keenya har’aatiin; -'Ertiraafi TPLF Itoophiyaarratti waraana banuufi'-Mootummaa Itoophiyaa. -Irreecha baranaatiin Birriin Biliyoona 10tti tilmaamamu socho'uu. -Waraanni Gaazaa dhaabachuu 'abdiin jira' jedhamuu. Kaanis qabna. Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha. Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya. Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia