Перейти к содержимому

ADUUN KUN OTUU LIXIIN 🔥 QALBII KEE JIJJIIRRADHU! | BOONTU YOSEEF | NEW OROMO GOSPEL SONG 2026

DAJU SDA

0:00 / 0:00

ADUUN KUN OTUU LIXIIN 🔥 QALBII KEE JIJJIIRRADHU! | BOONTU YOSEEF | NEW OROMO GOSPEL SONG 2026

1 879 просмотров · 11 дн. назад
DAJU SDA
686 подписчиков
1 879 просмотров · 11 дн. назад
🎵 ADUUN KUN OTUU LIXIIN — QALBII KEE JIJJIIRRADHU! 🙏🔥 🎤 Faarfannaa Haaraa — Boontu Yoseef ⏳ Aduun har'a ifu kun osoo hin lixiin, carraan kee osoo hin darbiin, Waaqayyootti deebi'i! ❤️✝️ Jireenyi keenya yeroo gabaabaa qaba. Kanaaf, har'a qalbii keenya haa qorannu; Waaqayyootti haa dhihaannu. 🙏 ❤️ Faarfannaan kun yoo garaa keessan tuqe: 👍 LIKE godhaa 💬 Yaada keessan COMMENT irratti nuuf barreessaa 🔁 Hiriyoota kee waliin SHARE godhi 🔔 Faarfannaa haaraa argachuuf CHANNEL keenya SUBSCRIBE godhaa! 🙏 Waaqayyo faarfannaa kanaan garaa namoota hedduu haa tuqu! #BoontuYoseef #AduunKunOtuuLixiin #FaarfannaaAfaanOromoo #GospelMusic #DajuSDA #FaarfannaaHaaraa #Waaqayyo #OromoGospel