Перейти к содержимому

Gorsa jabaa mootummaa dabalate Nama tokko Sodaaf Hin Kijibin | Ustaz Hakim Hasan

QajeelWay

0:00 / 0:00

Gorsa jabaa mootummaa dabalate Nama tokko Sodaaf Hin Kijibin | Ustaz Hakim Hasan

824 просмотра · 9 часов назад
QajeelWay
20,4 тыс. подписчиков
824 просмотра · 9 часов назад
Gorsa jabaa Ustaz Hakim Hasan: Nama tokko sodaachuun kijibuu fi dhugaa dhoksuun Islaamummaa keessatti iddoo akkamii qaba? Dhaamsa cimaa mootummaa fi ummataaf dabarfame. Vidiyoo kana daawwachuun obboloota keessaniif qoodaa (share godhaa), yaada keessan yaada (comment) keessatti nuuf barreessaa! (KUTAALEE VIDIYOO): 00:00 - Seensa fi Dhaamsa Jalqabaa 03:15 - Sadarkaa Dhugaa fi Miidhaa Kijibaa 07:05 - Fitnaa Zamanaa fi Qormaata Amantii 12:30 - Seenaa fi Fakeenya Beektoota Islaamaa 18:45 - Sodaaf Jecha Dhugaa Dhoksuun Maal Fida? 24:10 - Amala Munaafiqootaa fi Akeekkachiisa Isaa 32:00 - Dhaamsa Cimaa Mootummaa fi Hoggantootaaf 38:30 - Qulqullina Qalbiitiin Dhugaa Qabachuu 44:20 - Akeekkachiisa Aakhiraa fi Murtii Rabbii 49:00 - Goolaba, Gorsa Xumuraa fi Du'aa'ii --- 🔔 QajeelWay Subscribe gochuun barnoota fi gorsa haaraa yeroon hordofaa!