Khuxbaa Ajaa'ibaa! Lubbuu Ofii Qulqulleessuu! #subscribe Godhaa Maatii Tahaa! Like, Comment & Share!
Hakim Hassen
0:00 / 0:00
Khuxbaa Ajaa'ibaa! Lubbuu Ofii Qulqulleessuu! #subscribe Godhaa Maatii Tahaa! Like, Comment & Share!
7 989 просмотров · 1 год назад
Hakim Hassen
122 тыс. подписчиков
7 989 просмотров · 1 год назад
💖 As wr wb Ahbaabii Fillaah! Khuxbaan tun Khuxbaa Jummaati ammas Haaraya mata dureen isii dhaa #Lubbuu_Ofii_Qulqulleessuu jetti. Milkiin Diinii, Duniyaa fi Aakhiraa Lubbuu Ofii Qulqulleessuu kheessa jirti. Waan Fokkootaa cufarraa of Qulqulleessuu dha: Shirkiirraa, Munaafiqummarraa, Kijibarraa, Histirraa, waan hamaa je'ame cufarraa Lubbuu Ofii Qulqulleessinaan Milkoyne.
● Lubbuu ofii Qulqulleessurratti Wantoota nu gargaara kheessaa:
1ffaa. Towbaa Qulqulluu taate gama Rabbii Deebi'uudha.
2ffaa. Istighfaara Heddummeessuu dha.
3ffaa. Rabbiin waliin Maqoo Bahuu dha.
4. Saahiba Gaarii Qabaachuu dha. Daawwadhaa waliifis share godhaa Beekumsa Guddaatu keessa jira. Baarakallaahu fiikum 👏♥
#subscribe #hakimhassen34 #khuxbaa #islam