Jechoota Gabaaboo, Giddu galeessaa Fi Dheeraa # Learn Afan Oromo #Amharic English letters
Kokeb Academy
0:00 / 0:00
Jechoota Gabaaboo, Giddu galeessaa Fi Dheeraa # Learn Afan Oromo #Amharic English letters
686 просмотров · 2 недели назад
Kokeb Academy
10,1 тыс. подписчиков
686 просмотров · 2 недели назад
Jechoota Gabaaboo, Giddu galeessaa Fi Dheeraa bifa salphaa, miidhagaa fi ifa ta'een barattootaa fi hordoftoota keenyaaf qabannee dhiyaannee jirra. Barumsi kun garagartee jechoota gabaaboo, giddu galeessaa fi dheeraa addaan baasanii beekuu, sirriitti sagaleessuu fi dandeettii dubbisaa fooyyeffachuuf baay'ee mijaawaadha.chaanaalii keenya Like, Share fi Subscribe gochuun nu jajjabeessaa, yaada fi gaaffii qabdan hunda yaada (comment) irratti nuuf barreessaa!
Nu Quunnamuuf:
Telegraamii / Miidiyaa Hawaasaa: @KokebAcademyEdu
Bilbila: +251923490406
Galatoomaa! Thanks for watching!