Jechoota Walfakkaataa Afaan Oromoo 100 #Learn Afan Oromo #Amharic English letters
Gamtaa Akkaadamii
0:00 / 0:00
Jechoota Walfakkaataa Afaan Oromoo 100 #Learn Afan Oromo #Amharic English letters
92 просмотра · 16 часов назад
Gamtaa Akkaadamii
1,6 тыс. подписчиков
92 просмотра · 16 часов назад
Jechoota Walfakkaataa Afaan Oromoo 100 bifa salphaa, miidhagaa fi ifa ta'een barattootaa fi hordoftoota keenyaaf qabannee dhiyaannee jirra. Barumsi kun jechoota hiika walfakkaataa (synonyms) 100 ta'an Afaan Oromoo keessatti bifa salphaatti hubachuuf fi galmee jechoota keessan gabbisuuf baay'ee mijaawaadha.Maaloo chaanaalii keenya Like, Share fi Subscribe gochuun nu jajjabeessaa, yaada fi gaaffii qabdan hunda yaada (comment) irratti nuuf barreessaa!
Nu Quunnamuuf:
Telegraamii / Miidiyaa Hawaasaa: Gamtaa Akkaadamii
Bilbila: +251923490406
Galatoomaa! Thanks for watching!