Itoophiyaan dippilomaatonni Sudaan sa'aatii 48'tti biyyattii akka bahan ajajje|BBC News Afaan Oromoo
BBC News Afaan Oromoo
0:00 / 0:00
Itoophiyaan dippilomaatonni Sudaan sa'aatii 48'tti biyyattii akka bahan ajajje|BBC News Afaan Oromoo
10 277 просмотров · 4 ч назад
BBC News Afaan Oromoo
221 тыс. подписчиков
10 277 просмотров · 4 ч назад
Itoophiyaan dippilomaatonni Sudaan sa'aatii 48 keessatti biyyattii keessaa akka bahan ajajuu
Waa'ee dhalattuu Itoophiyaa filannoo walakkeessaa Ameerikaa irratti seenaa hojjattee.
Walitti bu’iinsa Moyyaaleetin rasaasni gama Keeniyaattis ce'uun lubbuu namootaa galafataa akka jiru
Waa'ee Filannoo US' fi kanneen biroos qixeessineerraa.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaanaalii WhatsApp akkasumas TikTok gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Instagram 👉 / bbcnewsafaanoromoo
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy...
TikTok 👉 / bbcnewsafaanoromoo