Waa'ee Ilma Mootii Sa'udi, Mohaammad Bin Salmaan (MBS), maaltu beekama?
BBC News Afaan Oromoo
0:00 / 0:00
Waa'ee Ilma Mootii Sa'udi, Mohaammad Bin Salmaan (MBS), maaltu beekama?
50 034 просмотра · 9 мес. назад
BBC News Afaan Oromoo
192 тыс. подписчиков
50 034 просмотра · 9 мес. назад
Mohaammad Bin Salmaan (MBS) jalqaba maqaansaa hammeenyaan ka'uun beekamuu kan eegale yeroo umriinsaa waggaa kurna keessa turedha.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Abbaa seeraa dhimma dhibdee qabeenyaan walqabaturratti faallaasaa murteessetti rasaasa xalayaa keessa kaa’ee erge.
Sababa sanatti 'Abu Rasasa' (Abbaa Rasaasaa) maqaan jedhu kennameef. Nami kuni garuu akkamiin ijoollummaan aangoo kore? Seenaa isaa iyyaafanneerra.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy...
#saudi #mbs #mohammedbinsalman #saudiarabia #king #royalfamily #trump #prince #mbs_28 #ethiopia #saudi #israeliranwar #bbcnewsafaanoromoo #islam #islamic #mecca #uae #migration #oil #bbcafaanoromoo #uae #royal #usa #yemen