"QURAN" Neshid By Zakwan Abdalah and Fowzan Abdalah NEW VIDEO CLIP 2026 | #nashid #neshida #quran
Zakwan Abdallah
0:00 / 0:00
"QURAN" Neshid By Zakwan Abdalah and Fowzan Abdalah NEW VIDEO CLIP 2026 | #nashid #neshida #quran
10 047 просмотров · 1 день назад
Zakwan Abdallah
17,5 тыс. подписчиков
10 047 просмотров · 1 день назад
🌙 QUR’AANA — Nasheeda Haaraa | Official Video clip
Qur’aanni ifa qalbii, qajeelfama jireenyaa fi rahmata Rabbii ti. 🤍
Nashiidaan “QUR’AANA” kun jaalala Qur’aanaa fi bakka inni qalbii namaa keessatti qabu yaadachiisuuf qophaa’e. Sagalee fi jechoota qalbii tuqan waliin, ergaa Qur’aanaa gara qalbii keenyaatti dhiyeessuuf yaalii goone.
🎙️ Artist: Zakwan Abdala & Fowzan Abdala
🎧 Produced by: Rayan
Nashidaa kana yoo jaallattan:
👍 Like godhaa
🔔 Subscribe godhaa
📲 Hiriyoota keessanii fi maatii keessaniif share godhaa.
Qur’aanni qalbii keenyaaf ifa haa ta’u. 🤍🌙
📌 Follow us:
TikTok: @zakwanabdala
Facebook: / 1c7tpwtlrp
#Quraana #Nasheeda #NasheedaAfaanOromoo #AfaanOromoo #IslamicNasheed #Quran #Nasheed #ZakwanAbdala #FowzanAbdala