JAALALLEE miti JAALALA NAMAAN QABA | Miss Lulit Gadisa | GAMMADAA SHOW 2026
Risaa Media
0:00 / 0:00
JAALALLEE miti JAALALA NAMAAN QABA | Miss Lulit Gadisa | GAMMADAA SHOW 2026
21 303 просмотра · 1 дн. назад
Risaa Media
252 тыс. подписчиков
21 303 просмотра · 1 дн. назад
GAMMADAA SHOW (Late Night Show) Sagantaa bashannansiisaa, barsiisaa fi kofalchiisaa Dilbata galgala sa’a 3:15 irraa eegalee, miira addaatiin ETV Afaan Oromoo irratti kan dhiyaatudha. Sagantaan kun kolfaa fi taphaan alatti, jireenya namoota beekamoo, aartii fi hawaasummaa giddu-galeessa godhata. Halkan keessan nagaa fi gammachuun akka dabarsitaniif:-
• Gaaffii fi Deebii Addaa • Bashannana • Muuziqaa fi Aartii • Seenaa Nama Onnachiisan
Hordofuu hin dagatinaa!
🔔 Subscribe gochuun maatii keenya ta'aa, Yaada keessan nuuf qooda.
#etvafaanoromoo #GammadaaShow #bbcafaanoromoo #Misstourismoromia #MissLulitGadisa #Visitoromia #gammadaaolaanaa #RisaaMedia
#bubbee