Dogoggora 7 Qorumsa entrance si kuffisan! | 7 Mistakes That Make Students Fail the Entrance Exam!
Naanbon
0:00 / 0:00
Dogoggora 7 Qorumsa entrance si kuffisan! | 7 Mistakes That Make Students Fail the Entrance Exam!
5 406 просмотров · 6 месяцев назад
Naanbon
20,2 тыс. подписчиков
5 406 просмотров · 6 месяцев назад
Akka waliigalaatti yoo ilaallu, Barattoonni baay'en qorumsaa entrance kan kufan, barattoota ciccimoo waan hin taanef qofa miti!
Raakkon jiru, yeroo qophii taasisan dogoggora waan raawwataniif!
Video kanaan, dogoggora barattoonni baay'en hojjatan, 7 kan kufaatii irraa isin baraaru isinittan hima.
Video hanga dhumaatti ilaalun, yaada ykn gaaffi keessan comment irra naaf kaa'a!
Many students fail the entrance exam not because they are not intelligent, but because they make some common mistakes during preparation.
In this video, you will learn 7 mistakes that can make students fail the entrance exam and how to avoid them. This will help you prepare better and study more effectively.
Share this video with your friends who are preparing for the entrance exam.
Tooftaalee ittiin dubbistan yoo barbaaddan
👇👇👇
• Study technique
#EntranceExam #StudyTips #Students #ExamPreparation