Перейти к содержимому

Kana booda dubbisni sin jibbisiisu! How to Fall in Love with Reading (Even If You Hate Books)

Naanbon

0:00 / 0:00

Kana booda dubbisni sin jibbisiisu! How to Fall in Love with Reading (Even If You Hate Books)

4 626 просмотров · 6 месяцев назад
Naanbon
20,2 тыс. подписчиков
4 626 просмотров · 6 месяцев назад
Kitaaba dubbisuu si jibbisiisa yoo ta'e, Video kanaan, tooftaa ajaa'ibaa F.L.A.M.E jedhamuunan wal si barsiisa, innis osoo of hin dhiphisin, akkamittiin akka fedhii kitaaba dubbisuu horachuu dandeessu dandeessu kan sitti agarsiisuudha. Rakkoo sana keessa bahuu yoo feete video hanga dhumaatti ilaali yoo sitti tole ammoo FLAME 🔥 jedhii comment naaf godhi! If you hate reading, in this video I will teach you an amazing method called F.L.A.M.E. 🔥 It will show you how to build a love for reading without stress or forcing yourself. If you really want to get out of that struggle, watch this video until the end. And if you like it, comment “FLAME 🔥” below! Study technique 👇    • Study technique   AI barnootaf👇    • AI review   #ReadingHabits #StudentLife #SelfImprovement #StudyMotivation #LoveReading