Перейти к содержимому

Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Fulbaana 10, 2025 | BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Fulbaana 10, 2025 | BBC News Afaan Oromoo

8 402 просмотра · Трансляция закончилась 1 год назад
BBC News Afaan Oromoo
216 тыс. подписчиков
8 402 просмотра · Трансляция закончилась 1 год назад
Qophii kana keessatti: Sagantaa Raadiyoo guyyaa dhumaa bara 2017. Sagantaa kana keessatti: *Hidhi Haaromsa Itoophiyaa Kibxata kaleessaa eebbifameef bittaan boondii gumaata hangamii akka qabu isinitti himna. *Bara 2017 xumurame keessatti Itoophiyaatti ta'iiwwan gurguddoon mudatan maal fa'i? Gabaasa bal'aa qopheessineerra. *Muddama Israaeliifi Kaataar, Poolaandiifi Raashiyaa *Dhumarrattis liigiiwwan jajjaboo Awurooppaa bara kanaa eenyu injifata kan jedhurratti tilmaama qophaaye isin biraan geenya. Dhiyaadhaa! Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha. Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya. Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo