Перейти к содержимому

Jiraattonni Magaalaa Moyaalee haala akkamii keessa jiru?| BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Jiraattonni Magaalaa Moyaalee haala akkamii keessa jiru?| BBC News Afaan Oromoo

14 839 просмотров · 8 часов назад
BBC News Afaan Oromoo
216 тыс. подписчиков
14 839 просмотров · 8 часов назад
Dhaabbati Fannoo Diimaa Keeniyaa namoota rakkoo nageenyaa magaalaa kibba Itoophiyaa daangaa Keeniyaa irratti argamtu, Moyaalee, keessatti mudate baqachuun daangaa Keeniyaa seenan gargaaraa jiraachuu ibse. 'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ Gargaarsi jalqabaa abbootii warraa 1,000 ta'an qaqqabuu ibse jaarmiyaan kun. 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha. Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaanaalii WhatsApp akkasumas TikTok gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa. Instagram 👉   / bbcnewsafaanoromoo   Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... TikTok 👉   / bbcnewsafaanoromoo