Перейти к содержимому

Hoomtu nuu hin dhabuu sii achii dandaa'e - Megersa Bekele

Rehobot Mezmur

0:00 / 0:00

Hoomtu nuu hin dhabuu sii achii dandaa'e - Megersa Bekele

4 392 просмотра · 5 лет назад
Rehobot Mezmur
175 подписчиков
4 392 просмотра · 5 лет назад
Faarfannaa Afaan Oromoo Afan Oromo Gospel Songs 👍 💬 🔔 & 🔗 Oromo Gospel Song Magarsaa Baqqalaa Megersa Bekele Hoomtu nuu hin dhabuu ############# Lyrics ############# Dirriirsee dinii kiyyoo oooo Filaannoo keyyaa ergaa ta'ee Filaannoo keyyaa ergaa ta'ee waqayyoo ooooo Nutii ni deemna hin dhabanuu Biraaqnee hin rafaamu eeeee Sii achii hin tanuu raawanee kan leeyyoo ooooo Gararraa nuuf dhabaate irraa keesaan dhabaate waqayyoo Alaabaa nagaa olii kassee dinaa kenyaa naasisee Kenyaa bojjuu debisse ooooo Balbaalii du'aa ni cabee ni buurikutaa'e Waraansi du'aa duuloome ni liigidaa'e Waqayyoo araaran mul'aate fulduura keenya Duuti nu hin arguu lamaafffaa mandaarraa kenyaa Waqayyootuu nuufi ta'ee kaa gachaana keenya Waqayyootuu nuufi ta'ee kaa gachaana keenya Maaltu qabee nuu dhabaa sii achii dandaa'e Hoomtu nuu hin dhabuu Hoomtu nuu hin dhabuu sii achii dandaa'e Waqayyoo tasiiseraa gimmiisaa hin dhaamne Hoomtu nuu hin dhabuu Hoomtu nuu hin dhabuu sii achii dandaa'e Dangaan keenya bali'aate nuu keessa yaane Hoomtu nuu hin dhabuu Hoomtu nuu hin dhabuu sii achii dandaa'e Weedduu galataa weediisinee tulluutti oli yaane Hoomtu nuu hin dhabuu Hoomtu nuu hin dhabuu sii achii dandaa'e Hoomtu nuu hin dhabuu nuun sii achii dandaa'e Diini riphee nuu egaa nuu gamaan baane Hoomtu nuu hin dhabuu Hoomtu nuu hin dhabuu sii achii dandaa'e Booju keenya ilaaluf demnaa gurmuun boobanne Hoomtu nuu hin dhabuu Hoomtu nuu hin dhabuu sii achii dandaa'e Bubeen bubbisee dhufee nuu jalaa banane Hoomtu nuu hin dhabuu Hoomtu nuu hin dhabuu sii achii dandaa'e Olii nuu hin dandeenye Hoomtu nuu hin dhabuu Hoomtu nuu hin dhabuu sii achii dandaa'e Hoomtu nuu hin dhabuu nuun sii achii dandaa'e