Перейти к содержимому

Iyesus maqaan isaa maqaa maqaa caaluu - Talile Fikru

Rehobot Mezmur

0:00 / 0:00

Iyesus maqaan isaa maqaa maqaa caaluu - Talile Fikru

1 180 просмотров · 5 л. назад
Rehobot Mezmur
175 подписчиков
1 180 просмотров · 5 л. назад
Faarfannaa Afaan Oromoo Afan Oromo Gospel Songs Oromo Gospel Song 👍 💬 🔔 & 🔗 Talile Fikiru Talilee Fiqruu Iyesus maqaan isaa maqaa maqaa caaluu ############# Lyrics ############# Iyesus maqaan isaa maqaa maqaa caaluu Rakkinaa irratti maqaa isaa waamne Hiibbo bayyef deebii isaa argane Salfaanee hin beekinu maqaa isaa kaananni Galataa malee kan biraa maal jeenanni Iyesus maqaan isaa maqaa maqaa caaluu Maqaan isaa dhiibaama fayyisaa kanii du'ee illee du'aa keessa ni basaa Ni jijjiira seenaa nama haareessa Huminaa ciimaatuu jira maqaa isaa keessa Iyesus maqaan isaa maqaa maqaa caaluu Yoo kadhataan kadhaa nama ni deebissa Qanii hin jiruu mana Iyesus keessa Hundaa keenya ijaa tokkom ilalla Dhugumaan bee waaqiin keenya jalalla Iyesus maqaan isaa maqaa maqaa caaluu Daafi kootu gaara isaa Ammumaa kootu gaara isaa Daafi kootu gaara isaa Ammumaa kootu gaara isaa Daafa koota gaara isaa Ammumaa koota gaaara isaa Daafa koota gaara isaa Haruumaa koota gaaara isaa Warii dukkanaa irraa asii bataanii Fayyisaa Iyesus argataanii Laagaa gara garaa kan beekitaanii Saba dhumaa jiruu argitanii Akkanumaan garaa jabataanii Nujaalate Saba isaa kan nuu godhee Cubbuu kenyaa kan nuraa kabbii godhee Kirstoos hundaa ni jalataa Haa jennuu mee garaa rabbii koota Haa kanuu walii tanee haa kanuu Haa kanuu walii tanee haa kanuu Kirsitoos Iyesus haa labsiinu Saba du'aa jalaaf daffinee haa qaqabinuu Adunyaa irraa haa gana gettee Summa tajajjiila yoo atii jettee yabboo kiyyaa maraa siif dhisee Obsaa naaf guddissii yesusee Wadaa bayyee naaf galteeta Hanga naaf gootu saan hundaa Mataa koo sii jalaatti salphisee Deebii siraa egaadha anii obsee Firaa qabadheef saanani hin dhadadhuu Kaan boruu lufuufi jiruu itti hin hirkadhuu Naa jiraachistuu naa ajjeestuu illee Naa kabajjiitu naa salphistuu illee Firii koo sumaa kanii ittin dhadadhuu Waa tokkoon bekaa sii wamee hin salfadhuu Waa tokkoon bekaa sii wamee hin salfadhuu Goofta kiyyaa