Перейти к содержимому

Itoophiyaa fi Eertiraan gaaffii jaarsummaa Moskoon marii nagaaf ni taa'uu? | BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Itoophiyaa fi Eertiraan gaaffii jaarsummaa Moskoon marii nagaaf ni taa'uu? | BBC News Afaan Oromoo

8 587 просмотров · 5 ч назад
BBC News Afaan Oromoo
218 тыс. подписчиков
8 587 просмотров · 5 ч назад
MM Abiy Ahimad fi Isayyaas Afawarqii Moskootti argaman. Raashiyaan Itoophiyaa fi Ertiraa walitti fiduuf qophii ta'uu ibsite. 'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ Hogganootni biyyoota lamaanii marii Raashiyaa Afrikaa sadaffarratti hirmaachuuf Moskoo wayita jiran Raashiyaan waamicha dhiyeessite. Cinaatti mariyachuu maluu? 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha. Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaanaalii WhatsApp akkasumas TikTok gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa. Instagram 👉   / bbcnewsafaanoromoo   Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... TikTok 👉   / bbcnewsafaanoromoo