Eessaa Garamitti-: Biyyaa Ormaa Jiraannus Biyya Ormaatti ijaarruus Biyya Keenya ni Jaalanna.
Monet Beksisa Official
0:00 / 0:00
Eessaa Garamitti-: Biyyaa Ormaa Jiraannus Biyya Ormaatti ijaarruus Biyya Keenya ni Jaalanna.
3 155 просмотров · 3 недели назад
Monet Beksisa Official
133 тыс. подписчиков
3 155 просмотров · 3 недели назад
Kabajamtoota hordoftoota keenya sagantaa harawaa Eessaa garamitti jedhu qabannee isiniif dhiyaanneerra. sagantaa kanaan gochaa fi yaada mo'ataa faana dhoofnee isin barsiisaa isin bohaarsina. sagantaa keenya torban kanaatiin Sirna wal harkaa fuudhinsa deeggarsa meeeshalee fayyaa Hospitaala Dimaatiif godhame isin biraan geenya. sagantaa keenya michoota keessaniif qoodaa. warreen haarawaa taatan maatii nuuf ta'aa