Перейти к содержимому

Galaana jaalalaa:- Nama Eenyummaa Isaa Hin Beeknetti Hin Heerumin!

Monet Beksisa Official

0:00 / 0:00

Galaana jaalalaa:- Nama Eenyummaa Isaa Hin Beeknetti Hin Heerumin!

12 751 просмотр · 7 часов назад
Monet Beksisa Official
133 тыс. подписчиков
12 751 просмотр · 7 часов назад
Galaana Jaalalaa ♥️ Baga gara Galaana Jaalalaa dhuftan! Torbaan torbaaniin dhimmoota jaalalaa, jireenyaa fi muuxannoo nama barsiisan isin biraan geenya. Har'as keessummaa addaa qabannee dhufne jirra. Seenaa jaalala dhugaa, qormaata ulfaataa fi bu'aa-bahii hedduu keessa darbite seenaa hedduu xinsammuu ishee miidha jiru nutti himti. Seenaa kana irraa waan hedduu akka barattan abdii guddaa qabna. Guutummaatti ilaalaa, yaada keessan comment jalatti nuuf qoodaa, akkasumas namoota biraaf share godhaa. YouTube Channel: Monet Beksisa Official subscribe gochuun nu jajjabeessaa. 🔔 Like 👍 | Comment 💬 | Share 📤 Galatoomaa jechuun isin eegganna. ❤️ #GalaanaJaalalaa #MonetBeksisaOfficial #Jaalala #SeenaaJireenyaa #OromoYouTube #LoveStory #Oromoo