Перейти к содержимому

Tigraayitti meeshaan waraanaa hin dhohin hafe ijoollee dabalatee namoota heddu galaafate.

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Tigraayitti meeshaan waraanaa hin dhohin hafe ijoollee dabalatee namoota heddu galaafate.

12 010 просмотров · Трансляция закончилась 9 ч назад
BBC News Afaan Oromoo
221 тыс. подписчиков
12 010 просмотров · Трансляция закончилась 9 ч назад
Yoyyaa Sagantaa keenya har'aa keessatti:- Tigraayitti meeshaan waraanaa otoo hin dhoyin hafe dhohee daa'immaan dabalatee namoota saddeet ajjeessuu Walitti bu'iinsa tibbanaa boodaa haalli amma magaalaan Mooyyalee itti jirtu maal akka fakkatu. Waa'ee Atileetii Itoophiyaa ganama ganama fiigicha shaakaltu fi galgala immoo Akaayyi karaarratti gurgurtu Filannoo walakkeessa Ameerikaa dabalatee kanneen biroos qopheessineerra. Itti dhiyaadha. Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia