'Qabsoo Oromoof malee ani hoolaa hatee biyyaa hin baane' - Daawwitee | BBC News Afaan Oromoo
BBC News Afaan Oromoo
0:00 / 0:00
'Qabsoo Oromoof malee ani hoolaa hatee biyyaa hin baane' - Daawwitee | BBC News Afaan Oromoo
71 828 просмотров · 7 месяцев назад
BBC News Afaan Oromoo
200 тыс. подписчиков
71 828 просмотров · 7 месяцев назад
Artist Daawwitee Mokonniin waggoota 30 oliif walleewwan aadaafi ammayyaan maqaa guddaa horate. Ammallee sirbuutti jira.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
'An dhufeen jira', 'Beenu Ka'ii', 'Mee Xiqqoo gad taa'imee', 'Yaa Saawwakoo' fi sirboota hedduun beekama, jaalatamallee.
Ammoo miidiyaarraa badeera. Eega biyyaa bahees biyyatti hin deebine. Sirbi isaa tokkommoo Afaan Amaaraan dalagame ijoo dubbii ta'eera.
Turtii addaa BBC waliin taasiseen gaaffii hedduu gaafanne. Waan haaraa danuus dubbate. Dhihaadhaa!
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy...
#music #oromoo #ethiopia #daawwitee #andhufeen #ethiopianmusic #ethiopian #weellisaa #oromomusic #habeshamusic #trending #bbcafaanoromoo #bbcnewsafaanoromoo #andhufenjira #dawite #DawiteMekonen #ethiopian #art #artist #ethiopianews #diaspora #exile #sirba