Перейти к содержимому

Dhuka Dachee || Albuudni ijaarsaa wabii misoomaati!

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

0:00 / 0:00

Dhuka Dachee || Albuudni ijaarsaa wabii misoomaati!

338 просмотров · 12 часов назад
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
1,07 млн подписчиков
338 просмотров · 12 часов назад
Godina Harargee Bahaa aanaa Baabbilee keessatti dhaabbilee albuuda ijaarsaa Giraanayitii irratti hirmaachuun baasanii Sona itti dabalanii Oomishuun hojiilee misoomaa fi ijaarsaa adda adda keessatti galtee olaanaa gumaachuun bu'aa qabatmaa fidaa jiru. Diinagdeenis of cimsuun carraa hojii namoota naannoof uumaa jiru. Albuudni ijaarsaa wabii misoomaati!