Перейти к содержимому

🛑 Na Irra Jira | F/ttuu Lidet Taaddalee |Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo

Zemarit Lidet Tadele - ባማ

0:00 / 0:00

🛑 Na Irra Jira | F/ttuu Lidet Taaddalee |Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo

56 641 просмотр · 1 год назад
Zemarit Lidet Tadele - ባማ
9,99 тыс. подписчиков
56 641 просмотр · 1 год назад
NA IRRA JIRA Ayyaanni kee na irra jira Simboo koo si Uffadheera Kan nan raasneef qilleensi hamaa Haalli hamaaf yeroon hamaa Hunda dursa ani sin Waama Iyyasuus sin waama Ani siin taane ati naaf taate naaf taate naaf taate Waa'ee kootiif duutee wareegamte Iyyasuus Iyyasuus Kiristoos Jireenya dha si'iin du'i koos Hin Abdadhu Lammii koo Sanyii koo Aantee koo Waan naaf jirtuuf ati yoomuu cina koo Nan beeka Abbummaa kee dhugaa Ati naaf Caalta fira dhiigaa Yoon jibbame ani sifi sumaafi si'iifi Dharraan kan koo kabaja boriifi Hin mamu jireenya si faana Harra gaddus borkootu Ulfina Kan hin beekne dhandhamee mi'aa kee Hin argine jaalala kan kee Inni hin jiru du'eera du'aa dha Boqonnaatu si'iin qofaa dha Kan siin beeku akkam carroomaa dha Situ Iyyasuus nagaa hin dhumne dha ቻናሉን ስክራይብ በማድረግ አገልግሎቱን ይደግፉ ! #zemarit_lidet_tadele #ባማ_ቲዩብ #Mezmur #አዲስ_የኢትዮጵያ_ኦርቶዶክስ_መዝሙር #new_ethiopian_orthodoxtewahido_mezmur #ዝማሬ #zimare#mezmurorthodox #ማኅቶት_ቲዩብ_mahtot_tube #Finote_Tsidk_ፍኖተ_ጽድቅ #donkey_tube #mezmurorthodox #ቤተ_ቅኔ_Bete_Qene #መዝሙር# maryam#zemari berekat tikue #Quanquayenesh_media_ቋንቋዬነሽ_ሚድያ #ኦርቶዶክስ#Orthodox #ዘማሪት_ምርትነ_ጥላሁን #mirtnesh tilahun officl_ቲዩብ_Amen_Tube #ዘማሪ #TABOR_ታቦር_TUBE #zemari_solomon_abubeker_official