Перейти к содержимому

🛑 EEGAA | F/ttuu Lidet Taaddalee |Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo

Zemarit Lidet Tadele - ባማ

0:00 / 0:00

🛑 EEGAA | F/ttuu Lidet Taaddalee |Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo

6 461 просмотр · 6 дней назад
Zemarit Lidet Tadele - ባማ
9,97 тыс. подписчиков
6 461 просмотр · 6 дней назад
🙏 EEGAA — Faar. Lidet Tadele Eagaa sii beekeen sii waaqessaa Sii filadheer hunda keessaa haadhaaf abbaa caalaa naaf dhiitaa Kan akka kee eenguree gooftaa Maatii koo irraa qabeenya hiradhee Aduunyaa dhaaf baay'ee haariifadhee Harka koo irraa kan qabuu fiixee Yaa uumaa kiyya kuunoo sitti galee Seera bulmaata isaan caqasanii Sagaagaltee jeehuun na himatanii Qulqulluun eenyu jedhee naf dubate Nagaan gal jedhee ino nahikattee Sii dhisee na dhifnee abbaa kiyyaa Jettee na waamteetaa ilmoo kiyyaa Kan kee addaa maal jedhuu gooftaa Daaddarbukootiin at yom naajibitaa 🙏 EEGAA — Faar. Lidet Tadele Afaan Oromo Orthodox Tewahedo mezmur 🙏 Baga nagaan dhuftan! Faarfana Afaan Oromoo kana dhaggeeffadhaa, jaalala Waaqayyoo yaadadhaa, akkasumas ergaa isaa namoota biroo waliin qooddadhaa. 🎤 Singer: Faar. Lidet Tadele 🎵 Title: EEGAA 🙏 Category: Afaan Oromo Orthodox Mezmur Yoo Faarfanan kun isin eebbise, LIKE godhaa, yaada keessan COMMENT irratti barreessaa, mezmuroota haaraa argachuuf channel keenya SUBSCRIBE godhaa. Galatoomaa! #EEGAA #LidetTadele #AfaanOromoMezmur #OrthodoxMezmur #OromoMezmur #EthiopianOrthodox