Agarsiisni Oomishaalee fi Meeshaalee Aadaa Oromoo Finfinneetti Geggeessame
VOA Afaan Oromoo
0:00 / 0:00
Agarsiisni Oomishaalee fi Meeshaalee Aadaa Oromoo Finfinneetti Geggeessame
17 963 просмотра · Трансляция закончилась 1 год назад
VOA Afaan Oromoo
165 тыс. подписчиков
17 963 просмотра · Трансляция закончилась 1 год назад
0:00 Qophii Kibxataa
1:14 Naannoo Amhaaraa Keessatti Yakki Namoota Ukkaamsanii Fudhachuu Yaaddessaa Tahuun Ibsame
5:54 Hojjetoonni Buufata Galaana Irraa Kan Yunaayitid Isteetis Kibxata Har'aa Lagannaa Hojiin Mormii Eegalanii Jiran
8:06 Itti-Aantonni Kaadhimamtoota Prezidaantummaa Yunaayitid Isteetis Paartii Rippaabilikaanii fi Dimookiraatiirraa Galgala Kana Wal-Falmii Na Filadhaa Taasisuuf Jiran
22:15 Balaa Jijjiirama Qilleensa Naannoo Albuuda Baasuu Wajjiin Wal-qabatee Addunyaa Yaaddesse
Qophiin Sagalee Ameerikaa Sagantaa Afaan Oromoo; oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawaa, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan irratti Wixataa amma Jimaataatti dhihaata. Nu hordofaa.