ABRUU HAADHA HAASKA | Muka seenaa Ajaa'ibu qabu kan lakkoofsa isaa irratti waliif galuun dadhabame 😳
MUE MAX
0:00 / 0:00
ABRUU HAADHA HAASKA | Muka seenaa Ajaa'ibu qabu kan lakkoofsa isaa irratti waliif galuun dadhabame 😳
7 156 просмотров · 5 мес. назад
MUE MAX
24,9 тыс. подписчиков
7 156 просмотров · 5 мес. назад
#Jaarsoo #Muemax #Oromia #Ethiopia #OromoCulture #Tourism #Seenaa #Aadaa #TravelEthiopia #Oromo
---
🌍 Kuusaa Seenaa, Aadaa fi Tourism – Oromiyaa
FOON KIYYA
Baga nagaan Karaa YouTube MUE MAX dhuftan!!
Video kana keessatti, Iddoo hawwata turistii kan uumamni isaa nama Ajaa'ibu isin daawachiisa. Innis [ABRUU HAADHA HAASKA] jadhamuun Beekkamaa.
📍 Iddoon Argama: Oromiyaa Godina Harargee Bahaa, Aanaa Jaarsoo - Araddaa Badhaasa ti.
---
🔎 Video kana keessatti ni argattu:
Seenaa dhugaa fi odeeffannoo hin beekamne argattu
Bakkoota bareedaa fi hawwata turistii daawattu.
---
💬 Yaada keessan nuuf qoodaa:
Ati hoo waa’ee kana ABRUU HAADHA HAASKA irraa maal barte?
Iddoole biraa kam daawachuu barbaada ?
Comment irratti nuuf barreessaa 📩
👍 Like godhuun: Jaalachuu kee nuuf mirkaneessi.
🔁 Share godhuun: Hiriyoota keetiif qoodi.
🔔 Subscribe gochuun video haaraan akka si bira gahuuf maatii keenya tahi.
---
📲 Karaale argaam gadiitiin Na hordofuuf : Follow godhi 👇
Facebook: { / 18plutkdkz }
TikTok: { tiktok.com/@muemax1 }
YouTube: { / @muemax5 }
---
Foon Kiyya Galatoomaa🙏