Перейти к содержимому

NAMA DHAGAA TEHE ❓️| Seenaa Waa'ee Burqaa Alifif kan Harargee Bahaa Aanaa Jaarsoo | mue max

MUE MAX

0:00 / 0:00

NAMA DHAGAA TEHE ❓️| Seenaa Waa'ee Burqaa Alifif kan Harargee Bahaa Aanaa Jaarsoo | mue max

20 823 просмотра · 5 месяцев назад
MUE MAX
24,9 тыс. подписчиков
20 823 просмотра · 5 месяцев назад
#Jaarsoo #Muemax #Oromia #Ethiopia #OromoCulture #Tourism #Seenaa #Aadaa #TravelEthiopia #Oromo --- 🌍 Kuusaa Seenaa, Aadaa fi Tourism – Oromiyaa FOON KIYYA Baga nagaan Karaa YouTube MUE MAX dhuftan!! Video kana keessatti, Iddoo hawwata turistii kan Seenaa isaa nama Ajaa'ibu isin daawachiisa. Innis [ BURQAAALIFIF ykn DHAGAA FAAXEE ALIFIF] jadhamuun Beekkamaa. 📍 Iddoon Argama: Oromiyaa Godina Harargee Bahaa, Aanaa Jaarsoo - Araddaa Aanannoo Mixee ti. --- 🔎 Video kana keessatti ni argattu: Seenaa dhugaa fi odeeffannoo hin beekamne argattu Bakkoota bareedaa fi hawwata turistii daawattu. --- 💬 Yaada keessan nuuf qoodaa: Ati hoo waa’ee kana BURQAA ALIFIF/ DHAGAA FAAXEE ALIFIF irraa maal barte? Iddoole biraa kam daawachuu barbaada ? Comment irratti nuuf barreessaa 📩 👍 Like godhuun: Jaalachuu kee nuuf mirkaneessi. 🔁 Share godhuun: Hiriyoota keetiif qoodi. 🔔 Subscribe gochuun video haaraan akka si bira gahuuf maatii keenya tahi. --- 📲 Karaale argaam gadiitiin Na hordofuuf : Follow godhi 👇 Facebook: {  / 18plutkdkz  } TikTok: { tiktok.com/@muemax1 } YouTube: {    / @muemax5   } --- Foon Kiyya Galatoomaa🙏