ABUKAATTOO : ROBE TADESE (Official video)
Solomon Alemu
0:00 / 0:00
ABUKAATTOO : ROBE TADESE (Official video)
479 751 просмотр · 4 года назад
Solomon Alemu
301 тыс. подписчиков
479 751 просмотр · 4 года назад
Note: Unauthorized distribution and re-upload of this content is strictly prohibited
SONG TOPIC: ABUKAATTOO
SINGER : Robe Tadese
MUSIC ARRANGEMENT: Elias Birhanu
D.P & EDITOR : Lalisa Gethane/Hooqubaa Films/
DIRECTOR : Wako Dessu
POSTER DESIGN : Samuel Girma (Kanenus graphics)
YEAR: 2014/2022
my Facebook page: / solalem43
#share #subcribe
Thank You For Visiting Our Youtube Channel and Please subscribe To get Daily videos of worship, Praise videos,
Lyrics
Olmaa Olmaa safaraan olii
Sin naaf oole qoodakoo qoodakoo
Ulaa kumni naaf hin cufne
Sin naa dhokse hoodakoo hoodakoo,
Gatii gatii safaraan oliin si birmaduu
Naa fidee naa fidee
Falmee Abukaattookoo si salphina naaf didee naaf didee,
1,Dilbiiwwan jechootaa
Galataan bubbisee
Urgooftuu urgaan addaa
Si'iif yoon buqqisee
Jajannaa Afuuraa
Daran kukkuulamee
Hin baasu olmaakee
Isa narra tuttuulame
Faarfachuu otoon dhiisee
Oolaa bulus iyyaa
Kankee narraa hin dhumuu
Mararfataa kiyyaa
[2]
Bakkakoo buutee naaf duultee
Lubbuukoof iddoo galmaa kuultee
Nagaatti situ nagaa naaf dabalee
Maal siif uumu ulfaadhuudha malee
Ahaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa
Haaleee haleluyyaa×8
2,Jiru ati naaf hojjattee
Haaraadha Hin moofa'u
Wallaalaan siin qabuu
Qarooma hin doofa'uu
Sinnaa qabe harkakoo
Natti hin galle bitaa
Galatakoo kamtuu
Gargaarsakeen gitaa
Faarfachuu otoon dhiisee
Oolaa bulus iyyaa
Kankee narraa hin dhumuu
Mararfataa kiyya
Bakkakoo buutee naaf duultee
Lubbuukoof iddoo galmaa kuultee
Nagaatti situ nagaa naaf dabalee
Maal siif nagaa naaf dabaleee
Maal siif uumu ulfaadhuudha malee
Ahaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa
#New_oromo_Gospel_songs_2022 #Ethiopian_Oromo_Gospel_songs #Faarfannaa_Afaan_Oromoo #Faarsaa_Haaraa
#New_Ethiopian_Amharic_Mezmur
#Songs #Mezmur #Childer_Songs
#New_oromo_Gospel_songs_2022
#Live_Worship_Songs
#Ethiopian_Oromo_Gospel_songs #Faarfannaa_Afaan_Oromoo #Faarsaa_Haaraa #Live_worship #New_Live_worship
#Faarfannaa_Waaqeffannaa
#New_Ethiopian_Amharic_Mezmur
#Songs_Mezmur_Childer_Songs
#Faarsaa_Afaan_oromoo
#Mezmur #solomon_alemu #araaraa_tv
#Oro_gospel_songs
#Faarsaawwan_haaraa 2022
#Faarsaawwan_Waaqeffannaa
#Faarfannaa_Waaqeffannaa
#Waaqeffachiisuuf
#Faarfannaa
#Faarfannaa_Afaan_oromoo
#farsa_Afan_oromoodhaan
#farfana_Afan_oromo
#Solomon_Alemu_Songs