Перейти к содержимому

GALAANA JAALALAA : Abjuu kootinan ishee arge!

Monet Beksisa Official и Ashamaa Official

0:00 / 0:00

GALAANA JAALALAA : Abjuu kootinan ishee arge!

19 648 просмотров · 14 ч назад
Monet Beksisa Official и Ashamaa Official
19 648 просмотров · 14 ч назад
Galaana Jaalalaa ♥️ Baga gara Galaana Jaalalaa dhuftan! Torbaan torbaaniin dhimmoota jaalalaa, jireenyaa fi muuxannoo nama barsiisan isin biraan geenya. Har'as keessummaa addaa Abbaa manaa fi haadha manaa qabannee dhufne jirra. Seenaa jaalala dhugaa, fi bu'aa-bahii hedduu keessa darbanii Waaqayyoo immoo isaan milkeesse fi waa'ee Jaalalaa isaanii nuuf qoodu Seenaa kana irraa waan hedduu akka barattan abdii guddaa qabna. Guutummaatti ilaalaa, yaada keessan comment jalatti nuuf qoodaa, akkasumas namoota biraaf share godhaa. YouTube Channel: Monet Beksisa Official subscribe gochuun nu jajjabeessaa. 🔔 Like 👍 | Comment 💬 | Share 📤 Galatoomaa jechuun isin eegganna. ❤️ #GalaanaJaalalaa #MonetBeksisaOfficial #Jaalala #SeenaaJireenyaa #OromoYouTube #LoveStory #Oromoo