#GATII DHIIGAA#Singer Megersa Tesfaye||faarfannaa haaraa afaan oromoo|new gosple music
Jejannaa tube
0:00 / 0:00
#GATII DHIIGAA#Singer Megersa Tesfaye||faarfannaa haaraa afaan oromoo|new gosple music
1 794 просмотра · 1 месяц назад
Jejannaa tube
1,34 тыс. подписчиков
1 794 просмотра · 1 месяц назад
Baga nagaan gara JEJANNAA TUBE dhuftan!
JEJANNAA TUBE chaanaalii mootummaa Waaqayyoo babal'isuuf hojii hafuuraa gara garaa dhiyeessudha. As irratti faarfannaa mootummaa Waaqayyoo, viidiyoowwan Wangeelaa, jechoota jajjabinaa, kadhannaa, barsiisa hafuuraa fi hojii tajaajila mootummaa Waaqayyoo argattu.
Viidiyoowwan keenya haaraa yeroo hunda argachuuf channel keenya Subscribe, Like, Comment fi Share gochuun nu deeggaruu hin dagatinaa.
Waaqayyo isin haa eebbisu!
Welcome to JEJANNAA TUBE!
JEJANNAA TUBE is a Christian channel dedicated to sharing the Gospel and spreading the Word of God. Here you will find gospel music, inspirational messages, prayers, biblical teachings, and other faith-building content.
Don't forget to Subscribe, Like, Comment, and Share our videos to stay connected and support our ministry.
May God bless you abundantly!