Poppo Live Irraa Akkamitti Karaa Salphaan Qarshii Hojjechuun Danda'ama? | Afaan oromoo
YaseTechME
0:00 / 0:00
Poppo Live Irraa Akkamitti Karaa Salphaan Qarshii Hojjechuun Danda'ama? | Afaan oromoo
333 просмотра · 3 месяца назад
YaseTechME
111 подписчиков
333 просмотра · 3 месяца назад
Akkam jirtu hordoftoota YaseTechME! Viidiyoo kanaan akkamitti Poppo Live irratti galmoomtanii, hojii remote ykn mana teessanii telefoona keessaniin qarshii argachuu akka dandeessan gadi fageenyaan isiniif ibsa. Akkaataa qarshii argatanii fi gara herrega keessanitti baasuu dandeessan guutuu isaa as keessatti ni argattu.
Maaloo chaanaalii koo Subscribe gochuun maatii ta'aa!https://invite-poppo.com/PYDJX5 Download the app to meet more interesting friends from all over the world! My ID:51484776