Перейти к содержимому

Ture fakkaatus ittin hin barfatuu tasumaa new afaan oromoo 2023 mezmur lyrics F/taa D/n Habtaamuu

መዝሙር ዘኦርቶዶክስ Orthodox Mezmur

0:00 / 0:00

Ture fakkaatus ittin hin barfatuu tasumaa new afaan oromoo 2023 mezmur lyrics F/taa D/n Habtaamuu

16 527 просмотров · 3 года назад
መዝሙር ዘኦርቶዶክስ Orthodox Mezmur
44,5 тыс. подписчиков
16 527 просмотров · 3 года назад
Mana Amantaa Kiristaanaa Ortodooksii Tawahidoo Itiyoophiyaatti faarfannaa afaan oromoo haaraa. Ture fakkaatus ittin hin barfatuu tasumaa Waaqayyoon keenyaa amanammaadhaa silumaa Inni jalqabaa xumuraasii Kan gaggeessuu isumaa har'asii Seenaa bade isaatu haaressee kan dhiphatee ni boqochisee Suutaa jedhuus maaltu isa dursaa Waaqni keenya hundaa gaggeessaa Diinni keenya kiyyoo diriirsee Nu qabuuf jedhee yoo qayyisee Humniisaa turuus hundaa dursaa Waaqayyoo hin gaatum ilmaan isaa Haalli jiruus yoo nu yaadeessee Gooliyaad baay'ee nu dhiphisee Yeroo dhufeetti ciraachaanii Adda rukkutee mootiidhaanii Qoreen cufaamus dandiin keenyaa Hedduu dhiphaattus lubbuun keenyaa Fuula isa eenyuutu dhaabataa Iyyeesuus turuus ni mul'ataa ******************************* F/taa D/n Habtaamuu Deebisaa #SUBSCRIBE #Beresa #Follow Our channel to get more Videos. Welcome to Our Youtube Channel 'ROOBAA NUUF' here we upload the best Afaan Oromoo Ethiopian Orthodox tewahido church songs/plasm and Ethiopian Orthodox Online Education and Tutorials for all Tewahido's in the best way to sing the song with the video. Download Galatofi Barumsa Andriod Application from Google Play store https://play.google.com/store/apps/de... Download sirna Galatoo Afaan oromoon https://play.google.com/store/apps/de... Download Faarsaa Cidhaa form Google play store https://play.google.com/store/apps/de... Download faarfannaa afaan Oromoo https://play.google.com/store/apps/de... Download Galata gooftaa with sound https://play.google.com/store/apps/de... Download Easy ways to learn Afaan oromoo https://play.google.com/store/apps/de... Download Kitaaba gadaa afaan oromoo https://play.google.com/store/apps/de... Download Kuusaa walaloo yeroofi bakka garagaraatti https://play.google.com/store/apps/de... &&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&& && Join Our Youtube channel MemberShip &&    / @roobaanuuf   &&    / roobaanuuf   && Visit SBOO && https://afanoromobatch.com && https://afanoromobatch.wordpress.com && https://oroorthodox.wordpress.com/ &&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&