Oolmaa kee yaadannaan garaa koo na rasee new afaan oromoo mezmur 2023 lyrics - F/taa D/n Mahaarii
መዝሙር ዘኦርቶዶክስ Orthodox Mezmur
0:00 / 0:00
Oolmaa kee yaadannaan garaa koo na rasee new afaan oromoo mezmur 2023 lyrics - F/taa D/n Mahaarii
26 995 просмотров · 3 года назад
መዝሙር ዘኦርቶዶክስ Orthodox Mezmur
44,5 тыс. подписчиков
26 995 просмотров · 3 года назад
Mana Amantaa Kiristaanaa Ortodooksii Tawahidoo Itiyoophiyaatti faarfannaa afaan oromoo haaraa.
Oolmaa kee yaadannaan garaa koo na raasee
Akkan si faarfadhuuf afuura qulqulluun kadhadha baay’isee
Qulqulloonni hunduu maqaa kee ni faarsuu
Ulfinni kee guddaa jechii koo sin ibsuu
Maqaan kee sorataa dammaaf aanan caalaa
Sittu na guddisee yaa haadha jaalalaa
Tasaa hin qanoofnee maariyaam maariyaam jedhee
Nama gad hin taane kennaa keen badhadhee
Yaa haadha waaqayyoo galannii siif haa ta’uu
Qulqulleettidha ati ulfinnii siif haa ta’uu
Uummamaa hundaan duraa yaada abbaan kan turtee
Karaa kee banamee balballi waan turteef
Fooliin kee urga’aa aababboo gannataa
Sanyii kan hin bunee omishaa kibxataa
Dunkanaa midhagduu galannii siif haa ta’uu
Yaa bultoo waaqummaa galannii siif haa ta’uu
Kabajni kee in caalaa kabajaa ergamootaa
Kan isaan koma’aaniif harmaa kee hoosiftetaa
Kan filaaman caalaa ati kan filaatamtee
Durbummaadhaan deesse ilma kan nuuf lattee
Kennaan kan guutamtee nagaan siif haa ta’uu
Ayyaana qabeetti gammachuun siif haa ta’uu
Huccuu warqee uffattee mirgaa ni dhaabataa
Aduu irraa harkaa torbaa midhagdee ni iftaa
Dhalaa hanga dhalaatti nan hima waa’ee kee
Chaappeffamee jira laphee koot maqaan kee
Yaa gugee garraamii galanni siif haa ta’u
Hundaaf kan gaddiitu galannii siif haa ta’u
#SUBSCRIBE #Beresa #Follow Our channel to get more Videos.
Welcome to Our Youtube Channel 'ROOBAA NUUF' here we upload the best Afaan Oromoo Ethiopian Orthodox tewahido church songs/plasm and Ethiopian Orthodox Online Education and Tutorials for all Tewahido's in the best way to sing the song with the video.
Download Galatofi Barumsa Andriod Application from Google Play store
https://play.google.com/store/apps/de...
Download sirna Galatoo Afaan oromoon
https://play.google.com/store/apps/de...
Download Faarsaa Cidhaa form Google play store
https://play.google.com/store/apps/de...
Download faarfannaa afaan Oromoo
https://play.google.com/store/apps/de...
Download Galata gooftaa with sound
https://play.google.com/store/apps/de...
Download Easy ways to learn Afaan oromoo
https://play.google.com/store/apps/de...
Download Kitaaba gadaa afaan oromoo
https://play.google.com/store/apps/de...
Download Kuusaa walaloo yeroofi bakka garagaraatti
https://play.google.com/store/apps/de...
&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&
&& Join Our Youtube channel MemberShip
&& / @roobaanuuf
&& / roobaanuuf
&& Visit SBOO
&& https://afanoromobatch.com
&& https://afanoromobatch.wordpress.com
&& https://oroorthodox.wordpress.com/
&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&