Перейти к содержимому

Al-Burahaan fi Pirezedanti Isaayaas Afawarqii maaliif walitti marmaaru?

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Al-Burahaan fi Pirezedanti Isaayaas Afawarqii maaliif walitti marmaaru?

11 379 просмотров · Трансляция закончилась 12 часов назад
BBC News Afaan Oromoo
191 тыс. подписчиков
11 379 просмотров · Трансляция закончилась 12 часов назад
Ashamaa! Sagantaa har'aan;- Al-Burahaan fi Pirezedanti Isaayaas Afawarqii maaliif walitti marmaaru? Keeniyaan lammileen biyya alaa biyyattii keessatti daldala xixiqqaarratti bobba'an akka cufan ajajuu. Abukaatoon duraanii Obbo Taayyee Danda'aa fi namoonni waliin hidhaman wabii akka hiikaman murtaa'u. Odeeffanoo ispoortis qabna dhiyaadhaa! Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia